Guyyaa Gootota Oromoo (Oromo Martyrs Day)
"Tokkummaan Ni Ittisa, Falmataan Ni Injifanna!"
Guyyaan Gootota Oromoo Ebla 15 bara waggaa waggaan kabajamu, gootota Oromoo mirga sabaa fi bilisummaa Oromoo kabachiisuuf lubbuu ofii wareeganii yaadachuuf kan ooluudha. Seenaa qabsoo Oromoo keessatti, Ebla 15 bara 1980, hooggantoonni ABO hedduun bakka Shinniggatti ajjeefamuun wareegama ulfaataa gochuun seenaa hin dagatamne galmeessan.
Guyyaan kun:
- Yaadannoo fi kabaja gootota Oromoo ti.
- Faana dhaabbannaa Oromoota maraaf.
- Mallattoo eenyummaa fi bilisummaa ti.
Gootota Oromoo Yaadannoo Keessaa:
- Jaarraa Abbaa Gadaa – Hoogganoota ABO keessaa isa hangafa, gita bittaa Habashaa irratti falmachaa ture.
- General Waaqoo Guutuu – Waraana Bilisummaa Oromoo jabeessuuf shoora olaanaa taphate.
- J. Taddasaa Birruu – Qabsoo hidhannoo Oromoo jalqabsiise, loltuu mootummaa duraanii, sabboonaa jabaa.
- Magarsaa Barii – Hogganaa ABO, bara 1980 Shinniggatti ajjeefame.
- Gadaa Gammadaa
- Abboomaa Mitikkuu (Abbaa Xiiqii)
- Yiggazuu Bantii (Doorii Barii)
- Umar Caccabsaa (Falmataa)
- Faafam Dooyyoo
- Irra Aanaa Qacalee (Dhinsaa)
- Dhaddachoo Booruu
- Dhaddachoo Mullataa
- Marii Galaan
Isaan marti isaanii gara Somaaliyaa imaluuf osoo jiran, Shinniggaatti qabamanii ajjeefamanii wareegama isaanii taasisan.
Kaayyoo fi Waaqeffannaa Guyyaa Goototaa:
- Seenaa gootota Oromoo dhaloota itti aanutti dabarsuuf.
- Tokkummaa Oromoo dagaagsuuf.
- Gootota keessaa fi alaa dagatamanii yaadachuuf.
0 Comments