Halii yaroo amma kunii akaatumaa
Isatuu hin bekamuu
Lakiin Rabbii fayyaa gutuu nuuf keeneefii jiraa alahamdulillahii
Yarabbii galanii kee hin badiin
Yaa Rabbii hala umaanii oromoo kesaa jiruukanaa atii numaa gartaa
Yaa Rabbii waltasisii umataa keenya kanaa nuuf
0 Comments