Halii bulchiinsa abiyyi Ahmed 

Karamitii demuu jiraa 

Bulchiinsa motummaa abaa iree hin tanee 

Yookanii bulchiinsa dimikoraatawa hin tanee 
Halii bulchiinsa abiyyi Ahmed

Yaro amma Leenjii waraana je.ee ilmaan nama guraa jiruu 

Kana  esaa loluufii guraa jiraa 

Mo ertiraan lolufi mo faanoo mo aba.oo loluufi 

Halii biyya keessa jiruu hee duu yadeesaa 

Siyaasaa abiyyi namaf hin galtuu 

Siyaasaa keessatti jalqabaa hiraa Dogoggora namaa isaa 

Yaaduu firaa fageesee namaa isaatii yaduu maxaanfuu 

Firaa isaa jibee alagaa jalatuu tuunuu Dogoggora 

Obo di.oon duruu oromoof hin yaaduu 

Walumaa galii halii amma fokaatadha tanaafuu 

Umanii oromoo dinaa gudaa kaanaa ifiiraa kasuu qabaa dafee yokaa akuumaa motummaa dargiitii 

Ilmaan isaanii ibidaatii fixee deemuu deemaa kuniisii