INJIFANNOOWWAN QABSOON UMMATAA

LAFTI TENYYAA LAFEE TENYAA

Injifannoowwan qabsoon ummataa 

Kenyaa argamsiifte keessaa kan

Jalqabaa sirna fuuwudaalaa gombisuun 

Lafti kan qonnaan bulaa taasisuu ture

Qabeenyi ummataa harkatti hafe tokkichi lafa waan ta'eefi sun 

Harkaa baanaan hinddaan buqqa.uu isaa ta'uun 

Waan hubatameef gurguruufi jijjiiruunuu dhoowwame lafti 

Akka Qabeenya biriitti kan bitamee gurguramu yoo

Ta'e dureeyyiin malaqaa kuufatan qonnaan bulaa rakkaata

Irraa lafa bituun handaatatti gatuuf karaa waan saaquuf fallii 

Kun kayame bu'urri heera mootummaa amma hojiirratti 

Jijjiiruutis kanuma beekaa

 

LABSIIN DHIHEENYAA KANA MANNI MAREE

ministeerota Bitlxiginnaa baase 

Injifaannoo waggoota shantama dura aarsaa guddaa 

Argame kana kan haquudha heerri mootummaa 

Lammiileen biyyattitu lafa waliigurrguruu kan dhoowwu 

Ta'ee osoo jiruu labsiin amma baasn kuni 

Tujjaaronni biyya alaa akka dhuunfaafi 

Kubbaaniyaattis lafa bitatanii itti 

Abboomuuf kan hayyamiudha.

 

AKKEEKNI LABSII KANAA MAALI

1) Qondaalonni mootummaa lafa 

Magaalaaheera cabsuun gurguranii 

Waan fixaaniif amma ammoo labsii kanaan fayyadamani lafa baadiyyaa gurguruuf haala mijerffachaa jiran

 

2) WALWARAANSA WAGGOOTA 

dabraani geggeessuuf biyyoota baha jidduugaleessa irraa malaqaa heddu liqeeffachuun icciitii namuu beekuudha Gaafa.liqeeffatan kana qabeenya Umamaa kan biyyaatiin Qabduu kennuudhaaf Labsiiin ammaa basaan kuni Waliigaltee icciitiin godhaamaa ture saniif uwwisa Seeraa kennuudhaa Akka keessaa keessaan haasayamaa jirutti Lafti Abuu Seeraa fi Bishooftuu maqaa dirree xiiyyaaraan ja.amee ummataa irraa saamameefi kan gaarreen Baalee qonnaan bultootaani Naannawa Riiraa irraa kaafama jiran sun duruu kenname

3) LABSIIN KUN HOJIIRRAA OLLAAN UMMANNI 

qabeenya takkitti harkatti hafte ifrati saamamuun harka qullaa hafuu isaati  Kaleessa maqaa maastar  Pilaanitiin lafa naannawaa Finfineen kutani gurgurachuuf karoora iti baafatani Ummataan harkaa fashaala'ee har'a ammoo biyya guutuu gurgurachuuf Seeraa qopheeffatani amma fashaleesuu qabanii ummaii oromoo caliisuu hin qabuu nutiis Rogeeyyiii oromoo caliisuu hin qabnuu 

Xumee