Oduu tibaanaa
Godina baalee anaa guraa dhaamolee
Keessattigandoonnii heduun
Hidhattootaan naanoo somaleetiin qabamuu fi jiraattoonni buqqaafamaa jiraachuun jiraattonni
Himan
Magalaa guddoo goodina baalee
Roobe iraa Kiiloomeetira 121 fagattee
Kana argamtu anaa gurra dhaamolee
Qubaanaa seraan alaa Hidhattootaafi milishoota naanoo somaleetifi
Saxilaamuu maddeen himan
Qabiyyeen lafa aanichaa bulchiinsa
Motummaa Naannoo somalee waliin
Kan wal daangeessu yoo ta'u qonnaan
Bultooni oromoo anichaa Keessa jiraan
Yeroo adda addaatti lolaaf saaxilamajiraatu
Himatani
Aanaan gurraa dhaamolee gandoota
Badiyaa 15 fi gandootaa magalaa lama
Qabduu kessaa gandoonni heduun
Qubattoota Motummaa naannoo
Somaalee bobbaaseen qabamuu himan
Adooleessa bara 2022 irraa jalqabee
Gandoonni aaanichaa kanneen akka
Habroonaa, hokkoltuu, wabaar,
Addeellee. Teessoo Roobaa. Turjii.roqaa
Caffaa urgoo yadii jibrii awcheechee fi
Kosiin gandootaa hidhatootiin naannoo somalee tii qabamanii fi adeemsa keesaa
Umaanii naannoo somalee qubatiidha jedha akaa nutii homatii jiraatonii aniichaa
0 Comments