Godiinaa addaa Oromoota Walloodhaa Iraati

Godiinaa addaa Oromoota Walloodhaa Iraatii 

 

waraannii motummaa fedaraalaa makalakiyaan manneen jiraatotaa Gubuu himaan jiraattonni godiinaa addaa Himatani Umaanii godiinaa addaa oromootaa waalloo Waan oromoo 


 

taahafii qofaa midhaa hamaa Kessa jiraanii Midhaa hagaanaa hin jedhamtee iraatii rawaatama Jiraa halii kunii umaata kaana midhaa hama kesaa jiranii Umaanii oromoo gudaan


Godina Addaa Saba Oromoo Walloo Aanaa Baatee keessatti loltoonni mootummaa manneen qonnaan bultoota guban.

Akka maddeen jedhanitti loltoonni mootummaa Aanaa Baatee Ganda Sokokkee keessatti maqaa Waraana Bilisummaa Oromoo deeggartu jedhuun manneen qonnaan bultootaa guban.

Ragaan Viidiyoo  golaa odaa blog himan mul'isutti manneen kana keessa lubbu qabeeyyii dabalatee midhaan gubatee jira.

Oromiyaa bakkoota garagaraatti maqaa Waraana Bilisummaa Oromoo waliin hariiroo qabda jedhuun manneen ummataa gubuu fi yakkoonni biroo hawaasa irratti raawwatamuun isaa taatee guyyaa guyyaati.