Obboleeysi keenya kadiir nama jireenya saba isaa bareedaa arkuuf carraaquu yoo taate malee jireenya bareedaa dhunfaa kiyyaatiin argadha ja'ee carraaqee hin beeyneedha. Nama qabsoo saba kanaa roga hundaan tinnisuu malee jireenya isaa tinnifatee hin beekneedha.
Nama kana deeggaranii yaalanii hanga sadarkaa gama biyyaa deebisuu fii jireenya isaa bareechuufiin dirqama saba inni qabsaawaafii ture san irra jiruudha.
Yaadataa juneeydii kadiir yoo deeggare dirqama ofii isaa bahachuuf deeggare taha, nutihoo dirqama maal bahanne ja'anii if gaafachuun gaariidha!
Waliif dhiifnee jalaa galuu osoo hin taane itti fufnee akka inni ummata niin qaba ja'u godhuu qabna malee akka inni ummata waa hin qabu ja'uu fii namni biraalleen akka akkas isaan ja'u godhuu hin qabnuun dhaamsa kiyya.
Sadarkaa hooggantoonni biyya keeysaatuu ni deeggarra jachaa jiran tanatti gama biyyaa deebisanii iddoo qubsumaa godhaniifii qubsiisuun waan nama dhibaatii miti.
1 Comments
Guyyaa gaarii
ReplyDelete